Walaloon copha ogummaa hundaati jedhama. Sirbas hiikaafi ergaa akka qabaatu ni taasisa. Amma garuu waa'ee walaloo jajachuuf miti, dargaggeessa walaloo sirba Haacaaluu 'Jirra jirra' jedhu bareessetu ...